Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu AKKA xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti kuni, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, cài đặt godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Vui lòng đánh giá ứng dụng của chúng tôi trong cửa hàng Google Play.
Cảm ơn bạn đã tải về,
OROMNET Phần mềm và Phát triển ứng dụng, Nekemte, Ethiopia
Lần cập nhật gần đây nhất
13 thg 8, 2024