Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa WAAs hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin Kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa installera godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Bedöm vår app i Google Play Store.
Tack för att du laddar ned,
OROMNET Software och applikationsutveckling, Nekemte, Etiopien
Uppdaterades den
13 aug. 2024