Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin Kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin Kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appl Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!
Appl Kana Ilaalaa, instalirati godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Molimo da ocijenite našu aplikaciju na Google Play trgovini.
Hvala vam za preuzimanje,
OROMNET Softver i razvoj aplikacija, Nekemte Etiopija